Hubachiisa Barbaachisaa
Maaloo namoota dhuunfaa Waajjira UNHCR ala ykn waltajjiiwwan miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti dabalatee UNHCR fi/ykn michoota isaa waliin hidhata sobaa qaban jedhan irraa of eeggadhaa. Nama maallaqa ykn tola jijjiirraa jijjiiruu dabalatee UNHCR bakka bu’ee tajaajila nan kenna jedhu hin amanatinaa. Tajaajilli UNHCR hundi bilisaan akka ta’e yaadadhaa. Maaloo yaaddoo hannaa hatattamaan [email protected] irratti gabaasaa. Gabaasni keessan iccitii cimaadhaan ni ilaalama.
UNHCR hanna, malaammaltummaa fi gocha badaa saalqunnamtii fi miidhaa dabalatee obsa zeeroo qaba.