Doktoroota Daangaa Hin Qabne / Médecins Sans Frontières (MSF)

Tajaajila Eegumsaa

MSF namoota miidhaa saalaa irra gaheef kunuunsa yaalaa fi xiinsammuu ni kenna. Gudeedaan haala yaalaa muddamaa ta’uu isaati. Yoo ati ykn namni ati beektu jeequmsa saalaa mudate, carraa deeggarsa lubbuu baraaruu barbaachisaa ta’e argachuuf sa’aatii 72 (guyyaa 3) keessatti bilbili. MSF akkasumas miidhamtoota taateewwan miidhaa geessisan deebisanii dhaabuu yaalaa, qaamaa fi xiinsammuu ni kenna. Tajaajilli deeggarsa garees ni jira.

Jeequmsa Koorniyaa Irratti Hundaa’e Dhimmoota yeroo muddamaa
Sarara bilbilaa 24/7: 01117083502
Beellamaaf sarara bilbilaa: 01012159162 fi 01111483267 bilbilaa
Teessoo: Gamoo Lakk.2 Daandii 161 Maadi

Tajaajila Fayyaa

Kiliniikoota Fayyaa
Sarara bilbilaa 24/7: 01117083502

Tajaajila Xiin-sammuu Hawaasummaa

Tajaajila Fayyaa Sammuu
Sarara bilbilaa: 01117083502