Tweets

You blocked @Jawar_Mohammed

Are you sure you want to view these Tweets? Viewing Tweets won't unblock @Jawar_Mohammed

  1. We will be live-streaming on OMN the discussion at Geneva Center for Security Policy. The event will start in 30 minutes. Stay tuned

    Undo
  2. “Ummata daandii banuuf deeme irratti dhukaasni banamee namni miidhamee jira. Mara konkolaataa caccabsee motoraan dheessuu yaalan 4 qabamanii jiru”

    Undo
  3. Akkana kunoo Qeerroon "Jawaar joogir bakka jedhamun jira. Qeerroon Arjoof Gimbiirraa walitti dhufnee kara cufame saaqneerra. Viivaa Qeerroo Arjoo viivaa Qeerroo Gimbii."

    Undo
  4. Kunoo kanatu tooftaa sirnaati. Warra kaleessaafi har'as nama keenya miidhe qabsiisaa poolisitti kennaa. ofiif tarkaanfii fudhachuun yakkamtootuma san ta'uudha. Oromoon heeraafi seeraan bula. Kanatu saba guddaa isa...

    Undo
  5. Waggoota afran dabre kana qabsoo Oromoo tan murnoonni siyaasaa laamshessan lafaa kaasee diina raasee gombise sochii ummataa ( social movement) kan Qeerroon qindeeffameedha. Qeerroon tarsiimoon masakamee tokkummaan...

    Undo
  6. Akkana kunoo. Galatoomaa Qeerroo Arjoo Guddattuu "Ijoolleen Arjoo Guddattuulee daandii Abbaa seenaatti cufame bansiisuuf deemaa jiru"

    Undo
  7. Itti Muddi "Bilbiloonni amma maxxansamaa jiran yeroo amma eenyu harka akka jiru software true caller jedhuun yemmuu laalan nama amma harkaa qabu kan namnni biraa maqaa isaatiin save godhe baasa waan ta'eef mala...

    Undo
  8. Warraa qaamnis ta'ee bilbilaan isin doorsisuu fedhu odeeffannoo isaanii nuun gahaa. Bilbila, maqaa yoo dandeessan ammoo suuraa isaanii nuun gahaa. Sabaafi addunatti saaxilla. Mootummaan raatofnaan sabatti taphachuu feeti darreen hundi.

    Undo
  9. More details. Barbaachisaa taanaan bakka amma ati jirtu himuun meetiraan himuun akka danda'amu hin shakkin. "0982726197 Kumaa Mulgeetaa jedhama. Dhalootaan: H/G/Wallaggaa Aanaa Abaaboo guduruu Bakka itti lakkoofsi isaa...

    Undo
  10. Dabalataan mirkanaayeera. Eeyyeen kun akeekkachiisa isiniif haa ta'u. Oromoon doorsisa qawwee Wayyaanee jalaahuu of baaseera. Doorsisa durriyyeen bilbilaan gootuuf jilbiiffatee lammiilee halkan sadi qorra keessaa...

    Undo
  11. Abbaan bilbila kanaas beekkameera. Sirrooftu sirraahi. Ummanni Oromoo gaara hamma Wayyaanee gahuuyyuu diigee as gahe, gufuu karaa irratti as baate ammaa halkan takkatti dhabama godha. "0917290358 maqaan abbaa bilbilaa Kedir Bulti Keno Address Gimbi ganda 03"

    Undo
  12. Kunooti kaa. Joolleen Tele galatoomaa. Obbo Kumaa takkaa waan itti jirtu dhaabi ykn nama lakkoofsa maqaa keetiin bahe itti kennite saaxili! "Lakkoofsi 0982726197 kan ati maqaa gaafatte KUMA MULUGETA SIYUM jedhama....

    Undo
  13. Lakkoofsa kanaanis bilbilanii Qeerroo Gimbii doorsisuu yaalaa jiran. Abbaa isaa adda nuuf baasaa "0917290358 bilbila kanan bilbilan hin debitan tanan isin fixina yoo onne qabbate warani hadhuuf jedhani ijoole dorsisa jiru."

    Undo
  14. Abbaan bilbila kanaa eenyu? Nuuf himaa. Boombii homaatuu hin darbitu "Jawaar qerroo gimbi warra demma jiraan bilbila 0982726197 bilbilani hin debitani tanan bombin isiin fixina jedhani dorsisa jiru."

    Undo
  15. Wanti gafa hiriiraa Finfinnee, daangaa Baabbileetti, Mooyyalettis fi Lixa Oromiyaatti godhamaa jiru kaayyoon isaa tokkuma. Jeequmsaafi seerdhablummaa uumuun cehuumsa gara dimokraasii deemu gufachiisuu, qondaalota...

    Undo
  16. ". Yeroo amma ummatti Magaala Gimbii obsaa fixaatee Daandii baansifachuuf Bakkaa daandiin cuufamtee demmaa jiraa ammaan kanna."

    Undo
  17. Qeerroon Gimbii dirmachuuf baay'inaan gara daandii cufameetti deemaa jiru. Suuta oofaa. Rabbi isin haa tiiksu

    Undo
  18. Undo
  19. Hiraar ummanni Lixa Oromiyaa keessa jiruuf kan badii qabu shiftoota ummata ajjeesaniifi daandii cufan qofaa miti. Mootummaanis beekaat itti laalaa jira. Poolisiifi bulchiinsi daandii bansiisuun humna keenya oli jedhu....

    Undo
  20. Qeerroon Gimbii daandii hattoonni sun cufan banuuf dirmatanii dhufanii jiran. Haawwan ulfaafi hoosisan kan guyyaa sadihiif danqamanii jiraniif dhaqqabanii jira. Viva Gimbi. Galatoomaa

    Undo

Loading seems to be taking a while.

Twitter may be over capacity or experiencing a momentary hiccup. Try again or visit Twitter Status for more information.

    You may also like

    ·